Beeyquunaa
Quiz by Abdilaziz Ukkash
Feel free to use or edit a copy
includes Teacher and Student dashboards
Measure skillsfrom any curriculum
Tag the questions with any skills you have. Your dashboard will track each student's mastery of each skill.
- edit the questions
- save a copy for later
- start a class game
- automatically assign follow-up activities based on students’ scores
- assign as homework
- share a link with colleagues
- print as a bubble sheet
- Q1
Hadiisni tokko Rijaaloonni isas ulaagaa kam yoo guute 'SAHIIHA' ja'ama?
Shaazzii tabu dhabuu
Illaa qabaachuu dhabuu
Rijaaloonni isaa wal dhaqqabuun walirraa odeeysuu
Hundinuu sirrii dha
Nama dhugaa tahuu
30s - Q2
Rijaala ykn sheeka tokkon akkamitti 'SHAAZZII' dha jachuu dandeenya?
Yoo sheekuma isarraa barate faalleeyse
Yoo sheekha isarra hifziin jabaa tahe faalleeyse
Yoo sheekkootii hedduu akka isatti hifzii qaban faalleeyse
Hundinuu sirrii dha
30s - Q3
Hadiisni Raawii irraa eegalee osoo addaan hin Chitin Rassuulatti(S.A.W.) gale maal ja'ama?
Mubham
Sahiiha
Musnad
Alaa
30s - Q4
Musnadni hundi Muttasil tahuu dandaha, garuu muttasalli hundi Musnad tahuu hin dandahu
Dhugaa
Soba
30s - Q5
Hadiisni Rijaaloonni isa kheeysaa tokko yoo hin beekkamin maal taha?
Aziiz
Mu'an'an
Mubham
Mash'huur
30s - Q6
Hadiisni Sahaabarratti irkate ykn dhaabbate maal a'ama?
Mursala
Nazalaa
Ghariiba
Mawquufa
30s - Q7
Mubhamni khan Matei fi khan Sanadaa jachuun bakka amati qoodama
Dhugaa
Soba
30s - Q8
Hadiisni 'Alaa' ja'amu 'Uluwwun fil Adad' fi 'Uluwwun fi Sifaa' jachuun bakka amati qoodama?
Dhugaa
Soba
30s - Q9
Hadiisa armaan gadii khana kheeysatti jachii jala sararame maalummaa hadiisaa ibsa?
وَحَدَّثَنِي عُبَيْدُ اللَّهِ بْنُ مُعَاذٍ، حَدَّثَنَا أَبِي، حَدَّثَنَا شُعْبَةُ، عَنْ عَاصِمٍ، سَمِعَ الشَّعْبِيَّ، سَمِعَ ابْنَ عَبَّاسٍ، قَالَ سَقَيْتُ رَسُولَ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم مِنْ زَمْزَمَ فَشَرِبَ قَائِمًا وَاسْتَسْقَى وَهُوَ عِنْدَ الْبَيْتِ .
Musalsal
Mu'an'an
Mash'huur
Mubham
30s - Q10
Hadiisni Taabi'iin sahaabaa irraa khuffisuun Rassuulatti ol galchite maal ja'ama?
Munqaxi'a
Mursala
Mash'huura
Mawquufa
30s